Wanta Haaraa

2026-04-14

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu—Deebii Nama Jajjabeessu Qophaaʼi

Yaadawwan deebii nama jajjabeessu gumiirratti deebisuuf si gargaaran afur ilaali.

2026-04-14

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Rakkina Uumame Dafaa Furaa

Garaagarummaa keenya furuuf dafnee tarkaanfii yoo fudhanne nagaa uumuu fi tokkummaa gumii eeguu dandeenya.

2026-04-14

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Keen Kiwuchii: Yihowaan Akka Na Leenjisu Heyyameera

Keen Kiwuchiin qajeelchaa yeroo turetti, Beetel keessattii fi deebiʼee qajeelchaa taʼee yeroo tajaajilutti Yihowaan kan isa leenjise akkamitti akka taʼe ibseera.

2026-04-14

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Adoolessa 2026

Maxxansi kun mata dureewwan Fulbaana 7–Onkoloolessa 4, 2026tti qoʼataman qabateera.

2026-04-08

MICHOOTA YIHOWAA IRRAA BARADHU​—GILGAALAWWAN

Eeliyaas

Eeliyaas isa michuu Yihowaa taʼerraa maal baratta?

2026-04-07

FAARFANNAAWWAN ADDAA

Harki Kee Naaf Balʼaadha

Arjummaan Yihowaa obboleettiin tokkoo gammachuudhaan akka kennitu akkamitti akka ishii kakaase ilaali.

2026-04-06

TIRAAKTII FI WARAQAA AFFEERRII

Waraqaa Affeerrii Walgaʼii Naannoo 2026

2026-04-06

FAARFANNAAWWAN ADDAA

Warri Argan Gammadoodha (Faarfannaa Walgaʼii Naannoo 2026)

Yaadawwan Yesuus dubbate dhiphina moʼuuf kan si gargaaruu fi garaa kee gammachuudhaan kan guutu akkamitti akka taʼe baradhu.

2026-04-01

BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?

Bara Odeeffannoon Dijitaalaan Baayʼatutti Barreeffamoota Maxxansuu

Barreeffamoonni keenya bifa maxxansaatiin qophaaʼan ammayyuu kan barbaachisan maaliifi?

2026-03-26

SEENAA JIREENYAA

Kaarli Riitis: Harki Yihowaa Gabaabaa Akka Hin Taane Argeera

Waggoota hedduudhaaf maxxansi Biraaziil keessatti raawwatamu fedhii barreeffamaa guddachaa deemuu wajjin qixxee deemuu akka dandaʼu gochuuf yeroo babalʼifamaa turetti Kaarli harka Yihowaa argeera.

2026-03-19

MUUXANNOOWWAN

Barumsa Kitaaba Qulqulluutiin Jijjiiramaniiruu

Laan qarshii argachuurratti xiyyeeffachuu dhiisee gammachuu dhugaa kan argate akkamitti? Taangi yakka raawwachuu dhiisee jireenya kaayyoo qabu jiraachuu kan jalqabe akkamitti?

2026-03-19

FAARFANNAAWWAN ADDAA

Sin abdadha

Mana hidhaa irratti xiyyeeffachuu mannaa wantoota amantii cimsan irratti xiyyeeffachuudhaan Yihowaa abdadhu.

2026-03-17

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Kitaaba Qulqulluurraa Wanta Haaraa Baradhu—Saaphana Qurxummii Ittiin Qaban

Waaʼee saaphana bara duriitti qurxummii ittiin qabanii caalaatti baradhu.

2026-03-17

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Gaaffii Dubbistootaa—Waxabajjii 2026

Kakuun lamaan Phaawulos Galaatiyaa 4:24 irratti ibse maalidha?

2026-03-17

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Gustaavoo Joosef: Gara Waggaa 70tiif Kuubaa Keessatti Yihowaa Tajaajiluu

Gustaavoo Joosef innii fi haati manaasaa hojii aanaa yeroo hojjetanitti, ijoollee yeroo guddisanii fi Beetelitti yeroo tajaajilanitti jireenyi isaanii maal akka fakkaatu ibseera.

2026-03-17

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Waxabajjii 2026

Maxxansi kun mata dureewwan Hagayya 10–Fulbaana 6, 2026tti qoʼataman qabateera.