Faarfannaawwan Waaqeffannaadhaaf Taʼan
Faarfannaawwan Waaqa keenya Yihowaa jajachuu fi waaqeffachuudhaaf gargaaran taphachiisi ykn buufadhu. Faarfannaawwan sagalee qofaan, garee faarfattootaatiinii fi meeshaa muuziqaa qofaan faarfataman, akkasumas nootaa muuziqaa wajjin qophaaʼan argachuun ni dandaʼama.