Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Faarfannaa 154

Jabaannee Dhaabachuu Keenya Itti Fufna

Jabaannee Dhaabachuu Keenya Itti Fufna

(Maatewos 24:13)

  1. Yeroo qorumsaa,

    Maaltu obsa argamsiisa?

    Yesuus dhiphatus

    Abdii qabutti gammade.

    Abdiif haqa Waaqaa

    Irratti ni yaade.

    (WALLEE)

    Jabaannee haa dhaabannu.

    Dhugaa haa deggerru.

    Jaalalli ’saa ragaa dha.

    Hamma dhumaa jabinaan haa turru.

  2. Gaddiif dhiphinni

    Nu ʼrra gaʼaa jira taʼa;

    Amma yoo boonyes,

    Fayyinni nutti mulʼata.

    Achitti argamuuf

    Carraaqna fuuramuuf

    (WALLEE)

    Jabaannee haa dhaabannu.

    Dhugaa haa deggerru.

    Jaalalli ’saa ragaa dha.

    Hamma dhumaa jabinaan haa turru.

  3. Abdii hin kunnu,

    Hin shakkinu, hin sodaannu.

    Ni tajaajilla

    Hamma guyyaa Yihowaatti.

    Jabaannee dhaabanna;

    Ni dhufa dhihootti.

    (WALLEE)

    Jabaannee haa dhaabannu.

    Dhugaa haa deggerru.

    Jaalalli ’saa ragaa dha.

    Hamma dhumaa jabinaan haa turru.