Duraa Duuba Yeroo
-
“Waaqayyo jalqabatti . . . ”
-
Dh.K.D. 4026 Bara Addaam itti uumame
-
Dh.K.D. 3096 Bara Addaam itti du’e
-
Dh.K.D. 2370 Bara Bishaan Badiisaa itti jalqabe
-
Dh.K.D. 2018 Bara Abrahaam itti dhalate
-
Dh.K.D. 1943 Kakuu Abrahaamii wajjin galame
-
Dh.K.D. 1750 Bara Yoseef garba ta’ee itti gurgurame
-
Dh.K.D. 1613 Bara Iyoob itti qorame
-
Dh.K.D. 1513 Bara Gibxii keessaa itti ba’an
-
Dh.K.D. 1473 Israa’eloonni geggeessaa Iyaasuutiin Kana’aanitti galan
-
Dh.K.D. 1467 Yeroo magaalaawwan Kana’aan hedduusaanii itti qabatan
-
Dh.K.D. 1117 Bara Saa’ol Mootii ta’ee itti dibame
-
Dh.K.D. 1070 Bara Waaqayyo Daawitiif kakuu Mootummaa itti gale
-
Dh.K.D. 1037 Bara Solomoon mootii itti ta’e
-
Dh.K.D. 1027 Bara Manni qulqullummaa Yerusaalem ijaaramee itti xumurame
-
Dh.K.D. naannoo 1020 Bara Macaafni Weedduu Weedduu Caalu barreeffamee itti xumurame
-
Dh.K.D. 997 Bara mootummaan Israa’el bakka lamatti itti hirame
-
Dh.K.D. naannoo 717 Bara Macaafni Fakkeenyaa barreeffamee itti xumurame
-
Dh.K.D. 607 Bara Yerusaalem itti balleeffamte; bara Baabilonitti boojuudhaan geeffamuun itti jalqabe
-
Dh.K.D. 539 Bara Baabilon Qirosiin itti mo’amte
-
Dh.K.D. 537 Bara Yihudoonni boojuudhaa Yerusaalemitti deebi’an
-
Dh.K.D. 455 Bara dallaan Yerusaalem deebi’ee itti ijaarame; waggaan torba si’a 69 ni jalqabe
-
Dh.K.D. 443 booda bara Miilkiyaas kitaabsaa itti barreessee xumure
-
Dh.K.D. naannoo 2 Bara Yesus itti dhalate
Hubachiisa: Waggaan zeeroo jedhamu hin jiru
-
Dh.K.B. 29 Bara Yesus itti cuuphame
Dh.K.B. 29 Yesus waa’ee Mootummaa Waaqayyoo lallabuu jalqabe
-
Dh.K.B. 31 Bara Yesus bartootasaa 12 itti filachuu jalqabe; bara inni Lallabasaa Gaararraa itti dhiheesse
-
Dh.K.B. 32 Yesus Alaazaariin du’aa kaase
-
Dh.K.B. Niisaan 14 (Jiini Niisaan, Guraandhalaafi Ebla gidduutti argama) Bara Yesus itti fannifame
-
Dh.K.B. Niisaan 16 Yesus du’aa ka’e
-
Dh.K.B. Siivan 6, 33 Phenxeqostee; guyyaa hafuurri qulqulluun itti bu’e (jiini Siivaan, Caamsaafi Waxabajjii gidduutti argama)
-
Dh.K.B. 36 Bara Qorneelewos Kiristiyaana itti ta’e
-
Dh.K.B. naannoo 47-48 adeemsa misiyoonummaa Phaawulos isa tokkoffaa
-
Dh.K.B. naannoo 49-52 adeemsa misiyoonummaa Phaawulos isa lammaffaa
-
Dh.K.B. naannoo 52-56 adeemsa misiyoonummaa Phaawulos isa sadaffaa
-
Dh.K.B. naannoo 60-61 Phaawulos yommuu Roomaatti hidhamee turetti ergaawwan barreesseera
-
Dh.K.B. 62 dura Yaaqoob obboleessi Yesus ergaawwan barreesse
-
Dh.K.B. 66 Bara Yihudoonni warra Roomaarratti ka’an
-
Dh.K.B. 70 Bara Yerusaalemiifi manni qulqullummaashee warra Roomaatiin balleeffamte
-
Dh.K.B. naannoo 96 Bara Yohannis macaafa Mul’ataa itti barreesse naannoo
-
Dh.K.B. naannoo 100 Bara ergamoota Yesus keessaa isa dhumaa kan ta’e, Yohannis itti du’e naannoo