A7-C
Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Tajaajila Guddaa Yesuus Galiilaatti Raawwate (Kutaa 1)
YEROO |
BAKKA |
TAʼEE |
MAATEWOS |
MAARQOS |
LUQAAS |
YOHAANNIS |
---|---|---|---|---|---|---|
30 |
Galiilaa |
Yesuus yeroo jalqabaatiif “Mootummaan Waaqayyoo dhihaateera” jedhee labse |
||||
Qaanaa; Naazireet; Qifirnaahom |
Ilma abbaa taayitaa tokkoo fayyise; maraa kitaaba Isaayyaas irraa dubbise; gara Qifirnaahom deeme |
|||||
Galaana Galiilaa, Qifirnaahom bira |
Barattoota afur waame: Simoonii fi Indiriyaas, Yaaqoobii fi Yohaannis |
|||||
Qifirnaahom |
Amaatii Simoonii fi namoota kaan fayyise |
|||||
Galiilaa |
Yeroo jalqabaatiif barattoota isaa afurii wajjin Galiilaa keessa deeme |
|||||
Nama dhukkuba nadaayiitiin qabame fayyise; namoonni baayʼeen duukaa buʼan |
||||||
Qifirnaahom |
Nama lamshaaʼe fayyise |
|||||
Maatewosiin waame; warra qaraxa sassaabanii wajjin nyaate; gaaffii sooma rratti kaʼe |
||||||
Yihudaa |
Manneen sagadaa keessatti lallabe |
|||||
31, Faasikaa |
Yerusaalem |
Beetazaataatti dhukkubsataa fayyise; Yihudoonni isa ajjeesuu barbaadan |
||||
Yerusaalemii yeroo deebiʼu (?) |
Barattoonni guyyaa Sanbataatti asheeta ciratan; Yesuus “Gooftaa Sanbataa ti” |
|||||
Galiilaa; Galaana Galiilaa |
Sanbatatti namicha tokko fayyise; tuutni isa duukaa buʼe; namoota hedduu fayyise |
|||||
Gaara Qifirnaahom bira jiru |
Ergamoota 12 filate |
|||||
Qifirnaahom bira |
Gaara irratti lallabe |
|||||
Qifirnaahom |
Tajaajilaa ajajaa dhibbaa tokkoo fayyise |
|||||
Naayin |
Ilma dubartii takkaa fayyise |
|||||
Xiberiyaas; Galiilaa (Naayin ykn naannoo ishii) |
Yohaannis barattoota isaa Yesuusitti erge; dhugaan daaʼimmanitti mulʼifame; waanjoo nama hin quuqne |
|||||
Galiilaa (Naayin ykn naannoo ishii) |
Dubartii cubbamtuun miila isaa zayitii dibde; fakkeenya namoota liqiin irra jiruu |
|||||
Galiilaa |
Adeemsa lallabaa isa lammaffaa, barattoota isaa 12 wajjin |
|||||
Jinniiwwan baase; cubbuu dhiifama hin qabne |
||||||
Mallattoo Yoonaas malee kan biraan hin kennamu |
||||||
Haati isaa fi obboloonni isaa ni dhufan; barattoonni isaa firoota isaa akka taʼan dubbate |