ARGISIISI Kitaaba Kitaaba Qulqulluu Uumama Baʼuu Leewwota Lakkoofsa Keessa Deebii Iyyaasuu Abbootii Murtii Ruut 1 Saamuʼel 2 Saamuʼel 1 Mootota 2 Mootota 1 Seenaa Baraa 2 Seenaa Baraa Izraa Nahimiyaa Asteer Iyyoob Faarfannaa Fakkeenya Lallaba Weedduu Weedduu Caalu Isaayyaas Ermiyaas Faaruu Ermiyaas Hisqiʼel Daaniʼel Hoseʼaa Yooʼel Amoos Obaadiyaa Yoonaas Miikiyaas Naahom Anbaaqom Sefaaniyaa Haagee Zakkaariyaas Miilkiyaas Maatewos Maarqos Luqaas Yohaannis Hojii Ergamootaa Roomaa 1 Qorontos 2 Qorontos Galaatiyaa Efesoon Filiphisiyus Qolosaayis 1 Tasalonqee 2 Tasalonqee 1 Ximotewos 2 Ximotewos Tiitoo Fiilmoon Ibroota Yaaqoob 1 Pheexiros 2 Pheexiros 1 Yohaannis 2 Yohaannis 3 Yohaannis Yihudaa Mulʼata Boqonnaa 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16 17 18 19 20 21 Kitaaba Abbootii Murtii Boqonnaawwan 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16 17 18 19 20 21 Qabiyyee Kitaabichaa 1 Injifannoowwan Yihudaanii fi Simiʼoon argatan (1-20) Yebuusonni Yerusaalem keessa jiraachuu isaanii itti fufan (21) Yoseef Beeteliin fudhate (22-26) Kanaʼaanonni guutummaatti hin ariʼamne (27-36) 2 Akeekkachiisa maleekaan Yihowaa kenne (1-5) Iyyaasuun ni duʼe (6-10) Abbootiin murtii Israaʼeliin oolchuuf ni kaʼan (11-23) 3 Yihowaan Israaʼeliin qore (1-6) Abbaa murtii isa jalqabaa kan taʼe Otniʼel (7-11) Eehud inni abbaa murtii taʼe Egloon Mooticha isa furdaa taʼe ajjeese (12-30) Abbaa murtii kan taʼe Shaamgaar (31) 4 Yaabiin mootiin Kanaʼaan Israaʼeliin cunqurse (1-3) Dibooraa raajittii fi Baaraaq isa abbaa murtii taʼe (4-16) Yaaʼel Siseeraa isa ajajaa raayyaa waraanaa taʼe ajjeeste (17-24) 5 Faarfannaa injifannoo Dibooraa fi Baaraaq (1-31) Urjiileen Siseeraa waraanan (20) Lolaan Qiishoon ni yaaʼe (21) Warri Yihowaa jaallatan akka aduu ni taʼu (31) 6 Miidiyaan Israaʼeliin cunqurse (1-10) Maleekaan tokko Giidewon gargaarsa akka argatu isaaf mirkaneesse (11-24) Giidewon iddoo aarsaa Baʼaal diige (25-32) Hafuurri Waaqayyoo Giidewon irra buʼe (33-35) Qorumsa rifeensa hoolaa irratti godhame (36-40) 7 Giidewonii fi namoota isaa 300n (1-8) Raayyaan waraanaa Giidewon Miidiyaaniin moʼe (9-25) “Goraadee Yihowaa fi kan Giidewon!” (20) Namoonni buufata Miidiyaanotaa keessa jiran ni burjaajaʼan (21, 22) 8 Efreemonni akka malee Giidewoniin ni lolan (1-3) Mootota Miidiyaan duukaa buʼanii ajjeesan (4-21) Giidewon mootii taʼuu dide (22-27) Seenaa gabaabaa waaʼee jireenya Giidewon dubbatu (28-35) 9 Abimelek Sheekem keessatti mootii taʼe (1-6) Fakkeenya Yootaam dubbate (7-21) Bulchiinsa Abimelek isa hamminaan guutame (22-33) Abimelek Sheekemiin rukute (34-49) Dubartiin tokko Abimelek madeessite; innis ni duʼe (50-57) 10 Abbootii murtii kan taʼan Tolaa fi Yaaʼir (1-5) Israaʼel ni fincile, achiis cubbuu isaa irraa deebiʼe (6-16) Amoononni Israaʼeliin doorsisan (17, 18) 11 Yiftaan inni abbaa murtii taʼe biyyaa ariʼame; booda immoo bulchaa godhame (1-11) Yiftaan Amooniif ragaa dhiheesse (12-28) Wareega Yiftaan wareegee fi intala isaa (29-40) Jireenya qeenxummaa intala Yiftaa (38-40) 12 Walitti buʼiinsa Efreemotaa wajjin uumame (1-7) Qorumsa Shiiboleet (6) Abbootii murtii kan taʼan Ibzaan, Eloonii fi Abdoon (8-15) 13 Maleekaan tokko Maanoʼaa fi haadha manaa isaa bira dhaqe (1-23) Saamson ni dhalate (24, 25) 14 Abbaa murtii kan taʼe Saamson dubartii Filisxeem tokko fuudhuu barbaade (1-4) Saamson gargaarsa hafuura Yihowaatiin leenca ajjeese (5-9) Hibboo Saamson cidha irratti dubbate (10-19) Haati manaa Saamson nama kan biraatti kennamte (20) 15 Saamson Filisxeemota haaloo irratti baʼe (1-20) 16 Wanta Gaazaa keessatti Saamson mudate (1-3) Saamsonii fi Deliilaa (4-22) Saamson haaloo baʼuu isaa fi duʼuu isaa (23-31) 17 Waaqolii tolfamoo Miikiyaasii fi luba isaa (1-13) 18 Daanonni biyya barbaaddatan (1-31) Waaqoliin tolfamoon Miikiyaasii fi lubni isaa ni boojiʼaman (14-20) Laaʼish fudhatamtee maqaa Daan jedhu moggaafamte (27-29) Waaqeffannaa waaqa tolfamaa Daan keessa ture (30, 31) 19 Cubbuu ejjaa Biiniyaamonni Gibeʼaa keessatti raawwatan (1-30) 20 Waraana Biiniyaamotaa wajjin godhame (1-48) 21 Gosti Biiniyaam akka oolu godhame (1-25) Deebiʼi Itti Fufi Maxxansi Ergi Ergi Abbootii Murtii—Qabiyyee Kitaabichaa KITAABA QULQULLUU HIIKA ADDUNYAA HAARAA Abbootii Murtii—Qabiyyee Kitaabichaa Afaan Oromoo Abbootii Murtii—Qabiyyee Kitaabichaa https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1001061100/univ/wpub/1001061100_univ_sqr_xl.jpg nwt Abbootii Murtii ful. 433-434