BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Namni Yoo Duʼe Deebiʼee Jiraachuu Dandaʼaa?”
Ilmaan namootaa duʼa hambisuuf ykn namoota duʼaa kaasuuf humna hin qaban (Iyo 14:1, 2, 4, 10; w99-AM 10/15 3 key. 1-3)
Namoonni duʼan deebiʼanii jiraachuu dandaʼu (Iyo 14:7-9; w15 4/15 32 key. 1-2)
Yihowaan tajaajiltoota isaa duʼan duʼaa kaasuuf dandeettii qofa osoo hin taane hawwii guddaas qaba (Iyo 14:14, 15; w11 4/1 30 key. 5)
KANA IRRATTI XIINXALI: Yihowaan tajaajiltoota isaa amanamoo duʼaa kaasuuf kan hawwu maaliifi? Kun waaʼee Yihowaa maal akka sitti dhagaʼamu godha?