Sadaasa 13-19
IYYOOB 15-17
Faarfannaa 90 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yeroo Namoota Jajjabeessitan Fakkeenya Eliifaaz hin Hordofinaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iyo 16:22—Wanti Iyyoob dubbate duʼaa kaʼuutti akka hin amanne argisiisaa? (w06-AM 3/15 14 key. 10)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 17:1-16 (th qoʼannaa 12)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Kitaaba Qulqulluu—Iyo 26:7 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii, gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu tolaan qoʼachiisuuf goone itti himiitii, kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 11)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff irra deebii kutaa 1ffaa gaaffiiwwan 6-10 (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) bt boq. 2 key. 1-7 fi seensa kutaa 1
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 118 fi Kadhannaa