Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YAAQOOB 3-5

Ogummaa Waaqayyoo Akka Qabdan Argisiisaa

Ogummaa Waaqayyoo Akka Qabdan Argisiisaa

3:17

Ogummaan Yihowaa hojiidhaan kan mulʼatu dha. Fakkeenyaaf, obboloota keenyaa wajjin deebinee nagaa akka uumnu nu gargaaruu dandaʼa. Dhugumaan ogummaa Waaqayyoo yoo qabaanne amala keenya irratti ni mulʼata.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Amalawwan ogummaa Waaqayyoo kanneen keessaa dhiheenyatti kanan argisiise warra kam faʼi? Tarii tokko tokko immoo fooyyessuu kanan dandaʼu akkamitti?’

  • Qulqulluu

  • Naga qabeessa

  • Tole kan jedhu

  • Ajajamuuf kan qophaaʼe

  • Gara laafinaa fi firii gaariidhaan kan guutame

  • Kan hin loogne

  • Kan hin fakkeessine