“Dhumni Wantoota Hundumaa Dhihaateera”
Dhiheenyatti rakkinni baayʼee guddaan hanga harʼaatti addunyaa irra gaʼee hin beekne nu mudachuuf jedha. Ammas taʼe gara fuulduraatti karaa hafuuraa cimoo taanee itti fufuu kan dandeenyu akkamitti?
-
Kadhannaa gosa hundaatiin kadhachuu keessan itti fufaa
-
Obboloota keenyatti caalaatti dhihaachuudhaan jaalala cimaa isaaniif qabaadhaa
-
Miira hoʼaadhaan keessummummaa isaan simadhaa
AKKANA JEDHAA OF GAAFADHAA: ‘Obbolootaa fi obboleettota naannoo koottis taʼe addunyaa maratti argamaniif jaalala cimaa akkan qabuu fi miira hoʼaadhaan akkan isaan simadhu argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?’