Onkoloolessa 22-28
YOHAANNIS 15-17
Faarfannaa 129 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
‘Isin Kutaa Addunyaa Miti’: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Yoh 17:21-23—Duuka buutonni Yesuus “tokko” taʼuu kan qaban akkamitti ture? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)
Yoh 17:24—“Addunyaan uumamuu” jechuun maal jechuu dha? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yoh 17:1-14
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.
Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu, akkasumas barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenni.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 14 key. 3-4
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Jaalalli Kiristiyaanota Dhugaa Adda Baasee Beeksisa—Tokkummaa isa Gatii Guddaa Qabu Eegaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Jaalala Waliif Qabaadhaa’—Waan Hamaa Nama Irratti Hin Lakkaaʼinaa jedhamu taphachiisi. Yeroon hamma siif heyyametti saanduqa “Fakkeenya Kitaaba Qulqulluu Irratti Xiinxaluu Qabnu” jedhu ibsi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 23 fi saanduqa “Jinniidhaan Qabamuu” jedhu
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 140 fi Kadhannaa