Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Onkoloolessa 9-15

DAANIEL 10-12

Onkoloolessa 9-15
  • Faarfannaa 63 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yihowaan Mootota Gara Fuulduraatti Kaʼan Dursee Hubateera”: (Daq. 10)

    • Dan 11:2—Bulchiinsa Faares keessatti mootonni afur kaʼaniiru (dp-AM 212-213 key. 5-6)

    • Dan 11:3—Iskindir Guddichi ni kaʼe (dp-AM 214 key. 8)

    • Dan 11:4—Mootummaan Iskindir bakka afuritti hihhirame (dp-AM 215 key. 11)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Dan 12:3—‘Warra ogummaadhaan nama geggeessan’ kan jedhaman eenyu faʼi? ‘Akka ifa bantii waaqaa kan calaqqisani’ hoo yoomi? (w13 7/15 13 key. 16, adeeffannoo dabalataa)

    • Dan 12:13—Daaniʼel ‘kaʼee kan dhaabatu’ karaa kamiini? (dp-AM 315 key. 18)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Dan 11:28-39

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g17.5 fuula jalqabaa—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g17.5 fuula jalqabaa—Barruun kun yeroo darbe kennameera. Maree kee itti fufuudhaan deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w16.11 5-6 key. 7-8—Mata duree: Jajjabina Kennuu Ilaalchisee Fakkeenya Yihowaa Hordofuu kan Qabnu Akkamitti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU