Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ittiin Lixa

Ittiin Lixa

DAMMAQAA!

Gaaffii: Yeroo balaan gaʼuuf qophaaʼuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi?

Caqasa: Fak 27:12

Barreeffamicha Kennuuf: Barruun kun balaan gaʼuu isaa dura, yeroo balaan gaʼuu fi erga balaan gaʼee booda maal gochuu akka qabnu ibsa.

DHUGAA BARSIISAA

Gaaffii: Waaqayyoon akka jaallannu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Caqasa: 1Yo 5:3

Dhugaa: Ajaja isaa hojii irra oolchuudhaan Waaqayyoon akka jaallannu argisiisna.

NAMOONNI DUʼAN DEEBIʼANII JIRAACHUU DANDAʼUU? (T-35)

Gaaffii: Namoonni garaa qajeelaa qabanii fi addunyaa mara irra jiran hedduun, ayyaanota namoota duʼaniif ulfina kennan kabaju. Michoota keenya nu jalaa duʼan deebinee arguu ni dandeenyaa laata?

Caqasa: HoE 24:15

Barreeffamicha Kennuuf: Tiraaktiin kun abdiin duʼaa kaʼuu hiika maalii akka siif qabu ibsa. [Dandaʼamnaan, viidiyoo Namoonni Duʼan Abdii Qabuu? jedhu itti argisiisi]

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi