Sadaasa 18-24
MULʼATA 1-3
Faarfannaa 15 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Ani Hojii Kee . . . Beeka”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Mulʼataa jedhamu taphachiisi.]
Mul 1:20—Yesuus wanta qaamni jaarsolii raawwatan guutummaatti hordofa (w12 10/15 14 key. 8)
Mul 2:1, 2—Yesuus wanta gumii hundumaa keessatti raawwatamu beeka (w12 4/15 29 key. 11; w01-AM 1/15 20-21 key. 20)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Mul 1:7—Yesuus ‘duumessaa wajjin yeroo dhufutti iji hundinuu kan isa argu’ akkamitti? Kan dhufu hoo yoomi? (kr 255 key. 10)
Mul 2:7—“Muka jireenyaa isa jannata Waaqayyoo keessa jiru irraa” nyaachuu jechuun maal jechuu dha? (w09 1/15 31 key. 1)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mul 1:1-11 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 2)
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 3)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaan Wanta Nu Barbaachisu Beeka”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gabaasa Koree Barumsaa kan Bara 2017 jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 74
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 100 fi Kadhannaa