Hagayya 5-11
2 Ximotewos 1-4
Faarfannaa 150 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Waaqayyo Hafuura Sodaa Nuuf hin Kennine”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 2 Ximotewos jedhamu taphachiisi.]
2Xi 1:7—Qorumsawwan isini irra gaʼu ‘hafuura sammuu fayyaatiin’ dandamadhaa (w09 5/15 15 key. 9)
2Xi 1:8—Misiraachichatti hin qaanaʼinaa (w03-AM 3/1 9 key. 7)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
2Xi 2:3, 4—Hirmaannaa “hojii daldalaa” keessatti qabnu hirʼisuu kan dandeenyu akkamitti? (w17.07 10 key. 13)
2Xi 2:23—Karaawwan “falmii gowwummaa fi wallaalummaa” irraa itti fagaachuu dandeenyu keessaa tokko maali dha? (w14 7/15 14 key. 10)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 2Xi 1:1-18 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Fakkeenyota Barumsa Dabarsan jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 8 irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w14 7/15 13 key. 3-7—Mata Duree: Sabni Yihowaa ‘Jalʼina Irraa kan Fagaatan’ Akkamitti? (th qoʼannaa 7)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Namoota Yihowaa Jaallatan Wajjin Yeroo Dabarsaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Hiriyummaa Gadhee Irraa Fagaachuu Baradhaa jedhu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 59
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 51 fi Kadhannaa