Hagayya 29–Fulbaana 4
FAARFANNAA 110-118
Faarfannaa 29 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Ani Waaqayyoof Maalan Deebisa?”: (Daq. 10)
Far 116:3, 4, 8—Yihowaan faarfaticha duʼa irraa oolcheera (w87-E 3/15 24 key. 5)
Far 116:12—Faarfatichi galata Yihowaadhaaf qabu argisiisuu barbaadee ture (w09 7/15 29 key. 4-5; w98-AM 12/1 24 key. 3)
Far 116:13, 14, 17, 18—Faarfatichi wanta Yihowaan isa irraa eegu raawwachuuf kutatee ture (w10 4/15 27, saanduqa)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Far 110:4—‘Kakuun’ caqasa kana irratti ibsame maali dha? (w14 10/15 11 key. 15-17; w06-AM 9/1 14 key. 1)
Far 116:15—Haasaan sirna awwaalchaa yommuu kennamu, caqasni kun nama duʼe sana ilaalchisee caqasamuu kan hin qabne maaliifi? (w12 5/15 22 key. 2)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 110:1–111:10
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) ll 16
—Deebitee dhaquuf haala mijeessi. Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) ll 17
—Deebitee dhaquuf haala mijeessi. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 179-181 key. 17-19
—Baratichi wanta barate akkamitti akka hojii irra oolchu akka hubatu gargaari.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 21
“Dhugaa Barsiisaa”: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu.
“Duula Addaa Fulbaanatti Masaraa Eegumsaa Raabsuuf Godhamu”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa Fulbaanaa isa jalqabaa taphachiisi; achiis yaada ijoo isaa irratti mariʼadhaa. Duula kana irratti hirmaachuuf hawwii akka qabaatanii fi qajeelchaa gargaaraa akka taʼan isaan jajjabeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 13 key. 1-12
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 144 fi Kadhannaa
Hubachiisa: Faarfatamuu isaa dura takkaa muuziqaa isaa qofa dhageessisaa.