Onkoloolessa 24-30
2 MOOTOTA 1-2
Faarfannaa 79 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Leenjii Buʼa Qabeessa Taʼe”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Mo 2:11—Eeliyaas ‘obomboleettii keessaan yommuu gara samiitti ol baʼetti’ eessa dhaqe? (w05-AM 8/1 9 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 2:1-10 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisuuf goone ibsiif, akkasumas kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 13)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 07 maal baratte?, irra deebii fi galma (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Qabiyyeewwan Gaggaarii Kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! Jedhamuu Fayyadamaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Babalʼisaa kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa gaggeessaa jiru tokkoof gaafannoo gabaabaa godhi. Gaaffiiwwan kana isa gaafadhu: Meeshaa qoʼachiisuuf itti fayyadamnu kana ilaalchisee wanti sitti tole maali dha? Viidiyoowwanii fi gaaffiiwwan ilaalchaa kitaabicha irra jiran qoʼataa kee kan fayyadan akkamitti?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 24
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 66 fi Kadhannaa