BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
‘Irree Yihowaa Isa Bara Baraa’ Jalatti Kooluu Galaa
Yihowaan naamusa qulqulluu qabaannee akka jiraannu barbaada (Kes 33:26; it-2-E 51)
Yihowaan humna isaatti fayyadamee nu gargaaruuf fedhii qaba (Kes 33:27; rr 120, saanduqa)
Akkuma Musee nutis Yihowaan akka nu fayyisu itti amanamuu qabna (Kes 33:29; w11 9/15 19 key. 16)
Irreen Yihowaa inni bara baraa qorumsa adda addaa keessatti nu gargaara. Qorumsawwan kunis dhukkuba, dhiphina, gaddaa ykn yommuu balleessaa hojjennee yaada geddarannu kan dabalatani dha.