Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

Dhugaa Baʼuu

Gaaffii: Gorsa gaarii jireenya keenya guyyaa guyyaa keessatti nu gargaaru eessaa arganna?

Caqasa: 2Xi 3:16, 17

Yeroo Itti Aanuuf: Wanta Kitaabni Qulqulluun jedhutti amanuu kan dandeessu maaliifi?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI:

Deddeebii Gaaffii

Gaaffii: Wanta Kitaabni Qulqulluun jedhutti amanuu kan dandeessu maaliifi?

Caqasa: Iyo 26:7

Yeroo Itti Aanuuf: Kitaabni Qulqulluun gaaffiiwwan kamfaatiif deebii kenna?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI: