Fulbaana 9-15
IBROOTA 9-10
Faarfannaa 10 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Gaaddidduu Wantoota Gaggaarii Dhufuuf Jiranii”: (Daq. 10)
Ibr 9:12-14—Dhiigni Kiristoos dhiiga reʼootaa fi korommii caalaa gatii guddaa qaba (it-1-E 862 key. 1)
Ibr 9:24-26—Kiristoos yeroo hundumaaf akka taʼutti al tokkicha gatii aarsaa isaa Waaqayyo duratti dhiheesseera (cf 212 key. 4)
Ibr 10:1-4—Seerichi wanta baayʼee gaarii dhufuuf jiruuf gaaddidduu taʼa (it-2-E 602-603)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Ibr 9:16, 17—Caqasni kun hiika maalii qaba? (w92-AM 3/1 31 key. 4-6)
Ibr 10:5-7—Yesuus yaada caqasa kana irra jiru kan dubbate yoomi? Hiikni isaanii hoo maali dha? (it-1-E 249-250)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Ibr 9:1-14 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼeef deebii kenni. (th qoʼannaa 2)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kaardii teessoo jw.org kenni. (th qoʼannaa 11)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Walgaʼiiwwan Keenya ni Dinqisiifannaa? (Far 27:11): (Daq. 12) Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa:
Yesuus Inni Luba Ol Aanaa taʼe faayidaa keenyaaf jedhee hojiiwwan akkamii hojjeta?
Karaawwan sadan dinqisiifannaa keenya itti argisiisuu dandeenyu kamfaʼi?
Walgaʼii Irratti Sirriitti Dhaggeeffadhu: (Daq. 3) Viidiyicha taphachiisi. Achiis walgaʼiiwwan irratti sirriitti dhaggeeffachuu kan qaban maaliif akka taʼe ijoollee gaafadhu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 64
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 130 fi Kadhannaa