Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YAAQOOB 1-2

Karaa Gara Cubbuu fi Duʼaatti Geessu

Karaa Gara Cubbuu fi Duʼaatti Geessu

1:14, 15

Yaadawwan sirrii hin taane yommuu gara sammuu keessanitti dhufan wantoota kana godhaa:

  • Wanta kan biraa irratti xiyyeeffachuuf carraaqaa.—Flp 4:8

  • Miidhaa cimaa qorumsaan moʼamuun geessisu irratti xiinxalaa.—Kes 32:29

  • Kadhadhaa.—Mat 26:41

Yaanni sirrii hin taane gara sammuu keessanitti yommuu dhufu, wantoota gaggaarii akkamii irratti xiinxaluu dandeessu?