Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 36-37

Hinaaffaa Sirrii hin Taaneen kan Kaʼe Yoseef Irra Miidhaan Gaʼeera

Hinaaffaa Sirrii hin Taaneen kan Kaʼe Yoseef Irra Miidhaan Gaʼeera

37:3-9, 11, 23, 24, 28

Seenaan Yoseef hinaaffaan sirrii hin taane miidhaa akkamii akka geessisu nu hubachiisa. Sababa hinaaffaa sirrii hin taane kam iyyuu balleessuu itti qabnu caqasoota isa wajjin deeman waliin walitti firoomsaa.

SABABA

  • Namoonni hinaafan Mootummaa Waaqayyoo hin dhaalani

  • Hinaaffaan nagaa fi tokkummaa gumichaa booressa

  • Hinaaffaan karaa qaamaa nu miidha

  • Hinaaffaan amaloota gaarii warri kaan qaban akka hin argine nu dhowwa

Akka hinaafnu kan godhan haalawwan akkamii taʼuu dandaʼu?