Yuunaayitid Isteetisitti naannoo balaan uumametti gargaarsi yommuu kennamu

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Caamsaa 2019

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree fakkeenya taʼuu fi waaʼee duʼaa fi duʼaa kaʼuu ibsu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Abdii hin Kutannu”

Eebba Mootummichi gara fuulduraatti fidu irratti xiyyeeffachuun keenya gammachuu guddaa akka argannuu fi abdii akka hin kutanne nu gargaara.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Tajaajilli Keenya Hojii Gargaarsaa Dabalata

Kiristiyaanota haala rakkisaa keessa jiran gargaaruun kutaa tajaajila keenyaa ti.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Tajaajilli Gargaarsaa Keenya Kiristiyaanota Kaariibiyaan Jiran kan Fayyade Akkamitti?

Kiristiyaanonni obboloota isaanii Kaariibiyaan jiraatan gargaaruuf tarkaanfii kan fudhatan akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Qoree Foon Phaawulos Waraanu’

Phaawulos ‘qoree foon koo waraanu’ yeroo jedhu maal argisiisuuf taʼuu dandaʼa?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

‘Qoree Foon Keessan Waraanu’ kan Qabdan Taʼus Milkaaʼina Argachuu ni Dandeessu!

Yihowaatti amanamuu fi rakkoowwan nu mudatan milkaaʼinaan dandamachuu kan dandeenyu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Fuulleettan Isa Morme”

Namoota mudaa qabnu waan taaneef, jibba halaalaa nu keessa jiru buqqisnee gatuuf carraaqqii wal irraa hin cinne gochuu qabna.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Hundumti Keenya Bakkawwan Waaqeffannaa Keenyaaf Kunuunsa Gochuu Irratti Hirmaachuu kan Dandeenyu Akkamitti?

Galmawwan Walgaʼii keenya akkasumaan gamoo qofa miti; bakkawwan waaqeffannaa Yihowaadhaaf murteeffamani dha.