BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Akkaataa Michuu Gaarii Taʼuun Itti Dandaʼamu
Michuun keessan yommuu dhiphatu isa jajjabeessaa (1Sa 20:1, 2; w19.11 7 key. 18)
Michuun keessan yommuu balaaf saaxilamu isa akeekkachiisaa (1Sa 20:12, 13; w08 2/15 8 key. 7)
Yommuu maqaan michuu keessaanii balleeffamutti isaaf dhaabbadhaa (1Sa 20:30-32; w09 10/15 19 key. 11)
Sabni Yihowaa michoota gaarii horachuuf carraa hedduu qabu. Michuu qabaachuuf, nuti iyyuu michuu gaarii taʼuu qabna. Gumii keessaa eenyuun michuu godhachuu barbaadda?