Ebla 18-24
1 SAAMUʼEL 23-24
Faarfannaa 114 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Obsaan Yihowaa Eeggadhu”: (Daq. 10.)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Sa 23:16, 17—Fakkeenya Yonaataan hordofuu kan dandeenyu akkamitti? (w17.11 27 key. 11)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 23:24–24:7 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 6)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 13)
Haasaa: (Daq. 5) w19.03 23-24 key. 12-15—Mata Duree: Namoota Barsiistanitti Obsa Argisiisaa. (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Rakkinni Nu Irra Gaʼu Hundi Gaaf Tokko ni Dhaabbata”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Addunyaa Qoqqoodame Keessatti Saba Tokkummaa Qabu jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr Barumsawwan Sirreeffamni Irratti Godhame, gaaffiiwwan 5-8
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 96 fi Kadhannaa