Bitootessa 1-7
LAKKOOFSA 7-8
Faarfannaa 4 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Barumsa Buufata Israaʼel Irraa Argannu”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lak 8:17—Yihowaan dhiirota angafaa Israaʼel akkamitti ilaala ture? (it-1-E 835)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 7:1-17 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 2) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 11)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Nama fedhii argisiisee fi waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhateef deddeebii gaaffii godhi. (th qoʼannaa 6)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Nama kanaan dura Kitaaba Qulqulluu qoʼachaa ture Ayyaana Yaadannoo irratti affeeri. (th qoʼannaa 12)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Fira kee kanaan dura dhugaa baateef Ayyaana Yaadannoo irratti affeeri. (th qoʼannaa 17)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 5) Viidiyoo jiʼa Bitootessaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 5 key. 17-22 fi saanduqa 5A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 127 fi Kadhanna