Guraandhala 7-13
1 SAAMUʼEL 1-2
Faarfannaa 44 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Kadhannaadhaan Garaa Keessan Yihowaadhaaf Banaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Sa 2:10—Yeroo sanatti Israaʼel keessa mootiin kan hin jirre taʼus, Haannaan kadhannaa ishii irratti Yihowaan “isa mootii godhate sanaaf humna ni kenna” kan jette maaliifi? (w05-AM 3/15 21 key. 5)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 1:1-18 (th qoʼannaa 12)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, kutaa “Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu kana irraa caalaatti fayyadamuu kan dandeessu akkamitti?” jedhu gabaabsaa mariʼadhaa. (th qoʼannaa 20)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 03 qabxii 5 (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Dargaggootaa, Warra Keessaniif Garaa Keessan Banaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Jireenya Dargaggummaa Koo—Warra Koo Wajjin Haasaʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 20 key. 1-8 fi viidiyoo beeksisaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 113 fi Kadhannaa