Maree Fakkeenya Taʼu
●○○ DHUGAA BAʼUU
Gaaffii: Maqaan Waaqayyoo eenyu?
Caqasa: Rom 10:13
Yeroo Itti Aanuuf: Yihowaan michoota isaa akka taanu kan barbaadu taʼuu isaa akkamitti beekna?
○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
Gaaffii: Yihowaan michoota isaa akka taanu kan barbaadu taʼuu isaa akkamitti beekna?
Caqasa: Yaq 4:8
Yeroo Itti Aanuuf: Michoota Waaqayyoo taʼuu kan dandeenyu akkamitti?
○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
Gaaffii: Michoota Waaqayyoo taʼuu kan dandeenyu akkamitti?
Caqasa: Yoh 17:3
Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyoon ijaan arguu erga hin dandeenyee, akkamitti isatti dhihaachuu dandeenya?