Adoolessa 11-17
2 SAAMU’EL 20-21
Faarfannaa 62 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Waaqa Haqaa ti”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Sa 21:15-17—Seenaa kana irraa barumsa akkamii arganna? (w13 1/15 31 key. 14)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 20:1-13 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Kaayyoo Waaqayyoo—Isa 55:11 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mul’atan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu qo’achiisuuf goone ibsiif, akkasumas kaardii teessoo qo’annaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 4)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii qo’annaan Kitaaba Qulqulluu akkamitti akka geggeeffamu itti argisiisi. (th qoʼannaa 11)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Waggaa Tajaajilaa isa Haaraatti Galma Baafadhaa—Iddoo Gargaarsi Caalaatti Barbaachisu Deemaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Balbala Hojii Amantiidhaan Hojjetamuutti Seenaa—Iddoo Gargaarsi Caalaatti Barbaachisu Deemaa jedhamu taphachiisi.
“Maree Fakkeenya Ta’utti Fayyadamuu kan Qabnu Akkamitti?”: (Daq. 5) Haasaa ilaaltuu ol aanaa Walga’ii Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaatiin dhihaatu.
Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 12
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 3 fi Kadhannaa