Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Seerichi Yihowaan Hiyyeeyyiidhaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?

Seerichi Yihowaan Hiyyeeyyiidhaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?

Namoonni hiyyeeyyii taʼanii fi dhaala hin arganne saba Israaʼel irraa gargaarsa ni argatu turan (Kes 14:28, 29; it-2-E 1110 key. 3)

Yeroo waggaa Sanbataatti, Israaʼelonni maallaqa liqeeffatan liqiin isaanii isaaniif ‘dhiifama’ ture (Kes 15:1-3; it-2-E 833)

Namni Israaʼel garbummaatti of gurgure tokko waggaa torbaaf erga tajaajilee booda bilisa ni baʼa, akkasumas gooftaan isaa kennaa isaaf ni kenna ture (Kes 15:12-14; it-2-E 978 key. 6)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Kiristiyaanota gargaarsi isaan barbaachisuuf akkan yaadu argisiisuu kanan dandaʼu karaawwan kamiini?’