Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Gad Of Qabaa—Of Jajuu Irraa Fagaadhaa

Gad Of Qabaa—Of Jajuu Irraa Fagaadhaa

Namni tokko kan of jajuu fi kan of guguddisu yoo taʼe, nama kooru taʼuu isaa argisiisa; namoota isa dhagaʼanis hin jajjabeessu. Kitaabni Qulqulluun, “Namni si haa jaju malee, ati of hin jajin” kan jedhus kanaafi.—Fak 27:2.

VIIDIYOO MICHUU YIHOWAA TAʼI—GAD OF QABI JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Wantoonni namoonni ittiin of jajan tokko tokko maalfaʼi?

  • Kaaleb hiriyaa isaa duratti kan of jaje akkamitti?

  • Abbaan Kaaleb barumsa isaa akka hubatu kan isa gargaare akkamitti?

  • Pheexiros Tokkoffaan 5:5 kan gad of qabnu akka taanu kan nu gargaaru akkamitti?