Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Adoolessa 10-16

HISQIEL 15-17

Adoolessa 10-16
  • Faarfannaa 49 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Waadaa Galte ni Eegdaa?”: (Daq. 10)

    • His 17:1-4—Baabilononni Yehoyaaqiim Mooticha aboo irraa buusanii Zedeqiiyaa mootii godhan (w07-AM 7/1 12 key. 6)

    • His 17:7, 15—Zedeqiiyaan waadaa warra Baabiloniif akka amanamu gale diigee Gibxiin gargaarsa akka isaaf gootu gaafate (w07-AM 7/1 12 key. 6)

    • His 17:18, 19—Yihowaan, Zedeqiiyaan waadaa galee akka eegu isa irraa barbaada (w12 10/15 30 key. 11; w88-E 9/15 17 key. 8)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • His 16:60—“Kakuu bara baraa” kan jedhame maali dha? Kakuu kana keessa kan galan hoo eenyufaʼi? (w88-E 9/15 17 key. 7)

    • His 17:22, 23—‘Fiixee xobbeen’ Yihowaan nan dhaaba jedhe eenyu dha? (w07-AM 7/1 12 key. 6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 16:28-42

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Fuula jalqabaa wp17.4—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Fuula jalqabaa wp17.4—Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qayyabachuu Kan Qabnu Maaliifi? jedhamu erga beeksistee booda irratti mariʼadhaa (garuu hin taphachiisin).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 11 key. 1-2—Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU