Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Sadaasa 9-15

LEWWOOTA 1-3

Sadaasa 9-15

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Kaayyoo Aarsaawwanii”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lew 2:11, 12—Yihowaan, aarsaa gubamutti dammi akka hin dabalamne kan dhowwe maaliif ture? (w04-AM 5/15 21 key. 5)

    • Lew 2:13—“Kennaa . . . hundumaatti” soogidda naquun kan barbaachisu maaliif ture? (His 43:24; w04-AM 5/15 22 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lew 1:1-17 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii GaaffiiViidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irra jiran dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 2)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU