BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Amajjii 2020
Maree Fakkeenya Taʼu
Maqaa Waaqayyoo, amala isaa isa guddaa fi akkamitti michuu isaa taʼuu akka dandeenyu ilaalchisee maree fakkeenya taʼu.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Jireenya Lafa Irra Jiru kan Uume Yihowaa Dha
Yihowaan guyyaa uumamaa hundaatti maal raawwateera?
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Waaʼee Amantii Kee Ibsuu ni Dandeessaa?
Sababa Uumaan jira jennee itti amanu nama tokkoof ibsuu keenya dura wantoota akkamii lama gochuu qabna?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Miidhaa Guddaa Sobni Jalqabaa Geessise
Seexanni inni abbaa sobaa taʼe namoota dogoggorsuu isaa itti fufeera.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Tiraaktiitti Fayyadamtanii Marii Jalqabuu kan Dandeessan Akkamitti?
Tiraaktiitti Fayyadamtanii Marii Jalqabuu kan Dandeessan Akkamitti?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
‘Inni Akkuma Kana ni Raawwate’
Noh ajajamuu isaa, amantii qabaachuu isaa fi jabaatee hojjechuu isaa irraa maal baranna?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
‘Namni Lafa Irraa Guutummaatti Afaan Tokkicha Qaba Ture’
Addunyaan afaaniin akka qoqqoodamu wanti godhe maali dha? Waaqayyo saba isaa qomoo fi afaan hundumaa keessaa dhufan tokko gochaa kan jiru akkamitti?
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Hojjettoota Dandeettii Qabdan Taʼaa
Wantoonni Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiran qabiyyeewwan itti fayyadamuuf nu gargaaran qabu. Akkamitti akka isaanitti fayyadamtan beektuu?