DAMMAQAA! Lakk. 3 2020 | Jibbi Halaalaa Furmaata Qabaa?
Baayʼeen keenya jibba halaalaa warri kaan qaban ni hubanna. Haa taʼu malee, ofii keenyaa akka qabnu hubachuun ulfaataa taʼuu dandaʼa.
Mee gorsawwan loogii irraa fagaachuuf nu gargaaran tokko tokko haa ilaallu.
Jibba Halaalaa—Si Qabeeraa?
Jette jetteewwan jibba halaalaa akka qabnu argisiisan tokko tokko maalfaʼi?
Dhugaa Jiru Baradhaa
Odeeffannoon dogoggoraa ilaalcha warra kaaniif qabnu jalʼisuu dandaʼa. Muuxannoon nama duraan loltuu ture tokkoo kana akkamitti akka argisiisu ilaali.
Miira Namaa Hubadhaa
Miira namaa hubachuu dhiisuu mallattoo maalii taʼuu dandaʼa?
Cimina Warra Kaanii Hubadhaa
Of jajuun jibba halaalaatti geessa. Furmaanni isaa maali dha?
Namoota Garagaraa Michoota Godhadhaa
Faayidaa namoota si irraa adda taʼan michoota godhachuu hubadhu.
Jaalala Argisiisaa
Jaalala argisiisuun jibba halaalaa balleessuu dandaʼa. Karaawwan kana gochuun itti dandaʼamu tokko tokko ilaali.
Furmaata Yeroo Hundumaaf Taʼu
Mootummaa Waaqayyoo jibba halaalaa balleessuuf wantoota afur kamfaa raawwata?
Jibba Halaalaa Moʼaniiru
Viidiyoowwan namoonni jibba halaalaa isaanii akkamitti akka moʼan argisiisan sadii ilaali.