Gargaarsa Argachuu Dandeessu
Nama jaallattu duʼaan dhabdeettaa?
Jw.org irraa, mata duree “namoonni duʼan abdii maalii qabu?” jedhu ilaali.
Rakkinni dinagdee si mudachaa jiraa?
Jw.org irraa mata duree, “Akkaataa Qarshiitti Sirriitti Fayyadamuun Itti Dandaʼamu” jedhu ilaali.
Gaaffii ‘Faayidaan jiraachuun qabu maali dha?’ jedhu gaafattee beektaa.
Jw.org irraa mata duree, “maaliifan jiraadha?” fi “jiraachuun gatii qabaa?” jedhu ilaali.
Dhukkuba cimaa wajjin walʼaansoo gochaa jirtaa?
Jw.org irraa mata duree “yommuu dhukkuba cimaadhaan qabamtu” jedhu ilaali.
Kitaabni Qulqulluun qajeelfama tokkoon tokkoon miseensa maatii jireenya hunda irra wayyu akka jiraatu gargaaru qabateera. Qajeelfamni isaa dandeettii yaaduu fi waa madaaluu namni tokko qabu ni fooyyessa.—FAKKEENYA 1:1-4.
Ofuma keetii Kitaaba Qulqulluu akka qorattu si afeerra. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhu ilaali. Koodii kana dubbisiisi ykn jw.org daawwadhu.