Dhimma ijoo ta'etti seeni

Walgaʼiiwwan Biyyoolessaa 2014—Dhugaa Baatonni Yihowaa Dursanii Mootummicha Barbaadu

Walgaʼiiwwan Biyyoolessaa 2014—Dhugaa Baatonni Yihowaa Dursanii Mootummicha Barbaadu

Mootummaan Waaqayyoo Macaafa Qulqulluu keessatti ibsame yeroo harʼaatti ni fayyadaa? Obboloonni addunyaa mara irratti argaman waaʼee Mootummichaa barachuuf akkamitti akka walitti qabaman, akkasumas humna Mootummichaa akkamitti akka mirkaneessan ilaali.