Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Chiilii

  • Naannoo Kaalbuukoo voolkaanoo, Chiiliitti—Waaʼee abdii Kitaabni Qulqulluun jireenya bara baraa lafa jannata taatu keessatti argamu ilaalchisee dubbatu irratti mariʼachaa jiru

Odeeffannoo Gabaabaa—Chiilii

  • 19,961,000—Baayʼina uummataa
  • 87,175—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 964—Gumiiwwan
  • 1 nama 232f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Duulli Karooraan Godhame Buʼaa Argamsiise

Intalli biyya Chiilii jiraattuufi umrii waggaa 10 tokko namoota mana barumsaashee keessatti argamaniifi afaan Maappudunguun dubbatan hundi sirna addaa tokkorratti akka argaman afeeruuf jecha carraaqqii guddaa isheen goote beekuuf mataduree kana akka dubbistu si afeerra.