Dhimma ijoo ta'etti seeni

Beeksisa Diraamaa Kitaaba Qulqulluu: Nahimiyaa: “Gammachuun Yihowaa Jabina Keessani”

Beeksisa Diraamaa Kitaaba Qulqulluu: Nahimiyaa: “Gammachuun Yihowaa Jabina Keessani”

Kutaawwan diraamaa Kitaaba Qulqulluu waaʼee Nahimiyaa ibsu irraa fudhataman tokko tokko ilaali. Walgaʼii naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa naannoo keetti godhamu irratti ilaaluu dandeessa. Nahimiyaan dallaawwan Yerusaalem deebisee ijaaruu barbaadee ture. Dallaawwan sana ijaaruu malees Yerusaalem keessatti hojiin inni hojjetu kan biraanis jira ture. Yihowaan gammachuu dhugaan maal akka taʼe saba isaa kan barsiise akkamitti?