Filannaa Dhuunfaa

Tajaajila gaarii akka argattu si gargaaruuf kuusyaadannoo (cookies) fi teeknoolojiiwwan walfakkaatanitti fayyadamna. Kuusyaadannoon tokko tokko weebsaayitiin keenya akka hojjetu gochuuf waan barbaachisaniif irratti walii galuun dirqama. Kuusyaadannoowwan dabalataa itti fayyadama kee fooyyessan fudhachuu ykn diduu ni dandeessa. Daataa kana matumaa hin gurgurru ykn daldalaaf itti hin fayyadamnu. Odeeffannoo dabalataatiif Global Policy on Use of Cookies and Similar Technologies dubbisi. Filannaa kee yeroo kamittiyyuu Filannaa Dhuunfaa keessaa sirreessuu ni dandeessa.

Sadaasa 20-​26

MIIKIYAAS 1-7

Sadaasa 20-​26
  • Faarfannaa 31 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yihowaan Maal Nu Irraa Barbaada?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mik 2:12—Raajiin kun kan raawwatame akkamitti? (w07-AM 11/1 15 key. 6)

    • Mik 7:7—Yihowaa ‘eeggachuu’ kan qabnu maaliifi? (w03-AM 8/15 24 key. 20)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mik 4:1-10

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Rom 10:13 —Dhugaa Barsiisaa. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 3:14 —Dhugaa Barsiisaa. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 123-124 key. 20-21.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU