‘Fiixee Uffata Nama Yihudii Tokko Qabachuu’
8:20-23
Saba afaan gara garaa dubbatan hundumaa keessaa namoonni kudhan fiixee uffata nama Yihudii tokko qabanii, “Nuyis sii wajjin achi in dhaqna” jedhu. Guyyoota gara dhumaa kana keessatti, namoonni saba gara garaa keessaa dhufan Kiristiyaanota dibamoo wajjin Yihowaa waaqeffachuuf yaaʼaa jiru
Karaan hoolonni kan biraan dibamtoota yeroo ammaatti jiran itti deggeran tokko tokko kamfaʼi?
-
Hinaaffaadhaan hojii lallabaa irratti hirmaatu
-
Garaa guutuudhaan buusii qarshii gochuudhaan hojicha deggeru