Caamsaa 4-10
UUMAMA 36-37
Faarfannaa 114 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Hinaaffaa Sirrii hin Taaneen kan Kaʼe Yoseef Irra Miidhaan Gaʼeera”: (Daq. 10)
Uma 37:3, 4—Abbaan isaanii hunda caalaa Yoseefiin waan jaalatuuf obboloonni isaa isa jibban (w14-AM 8/1 12-13)
Uma 37:5-9, 11—Abjuun Yoseef arge obboloonni isaa caalaatti akka isatti hinaafan godhe (w14-AM 8/1 13 key. 2-4)
Uma 37:23, 24, 28—Obboloonni Yoseef isatti hinaafuun isaanii gocha gara jabinaa akka isa irratti raawwatan isaan godheera
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 36:1—Esaawuuf maqaan lammaffaa Edoom jedhu kan kenname maaliifi? (it-1-E 678)
Uma 37:29-32—Obboloonni Yoseef uffata Yoseef tatarsaʼee fi dhiigaan cuuphame Yaaqoobitti kan argisiisan maaliifi? (it-1-E 561-562)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 36:1-19 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Salphaatti kan Namaa Galu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 17 irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w10 9/15 14 key. 11-13—Mata Duree: Kooraa fi Hinaaffaa Moʼuu kan Dandeenyu Akkamitti? (th qoʼannaa 6)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Qophooftaniittuu?”: (Daq. 15) Maree jaarsa gumii tokkoon dhihaatu. Viidiyoo Balaawwan Uumamaatiif Qophooftaniittuu? jedhamu taphachiisi. Kan jiru yoo taʼe, yaadachiisa waajjira damee irraa qaama jaarsoliitiif ergame itti dabali.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 96
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 136 fi Kadhannaa