KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA
Amantiitti Abdii Kutadheen Ture
Toom Waaqayyotti amanuu kan barbaadu taʼus amantiitti abdii kutatee ture. Kitaaba Qulqulluu qoʼachuun isaa abdii kan isatti hore akkamitti akka taʼe ilaali.