Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

MICHUU YIHOWAA TAʼI

Babalʼisaa hin Cuuphamne Taʼuu

Babalʼisaa hin Cuuphamne Taʼuu

Ijoolleen keessan babalʼisaa hin cuuphamne taʼuuf maal gochuu akka qaban beekuu? Gilgaalli kun isaan gargaaruu dandaʼa.

Warri, ijoollee keessanii wajjin Maatewos 21:16 dubbisaatii irratti mariʼadhaa.

Gilgaala kana buufadhaatii maxxanfadhaa.

Ijoolleen keessan babalʼisaa hin cuuphamne taʼuuf ulaagaalee isaa guutuu dandaʼuu? Mata dureewwan armaan gaditti tarreeffaman keessaa isa tokko waaqeffannaa maatii keessan irratti itti fayyadamaa. (1) Viidiyoo kenname ilaalaa. (2) Gilgaala kenname hojjedhaa. (3) Gaaffii dhihaate deebisaa ykn wanta hojjedhaa jedhame raawwadhaa. Mata dureewwan xumurtan beekuuf saanduqawwan armaan gaditti fayyadamaa.